Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
76 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
fi geggeessitoota Waaqayyootiin beekamtii argatee, waamicha fi aangoo Waaqayyoo beekamtii qabuun hojjeta. D. Wantota giddugaleessa ta’an: 1. Waaqayyo biraa Waamicha ifaa ta’e. 2. Waaqayyoo fi namoota biroo duratti dhuga ba’umsa sirrii ta’e. 3. Miira gadi fagoo amantii dhuunfaa Macaafa Qulqulluu irratti hundaa’e. 4. Hojii ykn namoota murtaa’eef ba’aa dhuunfaa 5. Hoggantootaa fi dhagnaan/qaamaa kan mirkanaa’ee E. Tooftaa Seexanaa karaatti hanisuu: Waamicha Waaqayyo muudee fi aangoo itti fufiinsa qabuun utuu hin ta’in bu’uura dhuunfaa ykn ejjennoo irratti hundaa’uun socho’aa. F. Tarkaanfiiwwan Ijoo ta’an: 1. Waamicha Waaqayyoo adda baafadhaa. 2. Ba’aa/ Itti gaafatamuummaa kee barbaadii argadhu. 3. Hoggansaan mirkanaa’uu. G. Bu’aa: waamicha Waaqayyoo irraa kan ka’e gara Waaqayyootti amantaa gadi fagoo qabaachuu. II. Amala A. Hiika: amala Kirstos amantii, amala, fi akkaataa jireenya isaanii dhuunfaa isaanii keessatti calaqqisiisuu B. Kutaalee Macaafa Qulqulluu keessaa Ijoo ta’an yaada keessa galchuu qabnu: Yoha.15:4-5; 2 Xim. 2:2; 1 Qor. 4:2; Gal. 5:16-23
Made with FlippingBook Ebook Creator