Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Kutaa 3: Kunuunsuu fi Ce’umsa • 77
C. Yaad-rimee murteessaa: Gad of deebisuu Kirstos keessatti – geggeessaan Waaqayyoo gochaa fi hariiroo isaa/ishee keessatti yaada fi akkaataa jireenya Kirstos agarsiisa. D. Wantota giddugaleessaa ta’an: 1. Fedhii guddaa Kiristoosiin fakkaachuu 2. Akkaataa jireenya hundee qabu, Mootummichaaf 3. Qulqullummaa cimsanii hordofuu 4. Jireenya dhuunfaa keessatti naamusa qaaachuu 5. Akka hidhaa garbaa-Yesus Kiristoositti gahee-hariiroo raawwata 6. Namoota biroof amala, haasaa/dubbii fi akkaataa jireenya isaaniitiin fakkeenya hawwataa ta’e kenna (firii Hafuuraa). E. Karaatti hambisuuf tooftaa Seexanaa: sochii tajaajilaa fi/ ykn hojii cimaa fi bu’a qabeessmmaa Gaarummaa fi Kiristoosiin fakkaachuu bakka buusuu F. Tarkaanfiiwwan ijoo: 1. Kirstositti Jiraadhaa. 2. Gaarummaatti of adabaatii Jiraadhaa 3. Karraa hudumaan qulqullummaa duukaa bu’aa G. Bu’aa: Fakkeeya guddaa Kirstosiin fakaachuu akka warri kaan duukaa bu’aiif kan qophaa’e. III. Dandeettii A. Hiika: Hojii fi tajaajila muudaman raawwachuu keessatti humna hafuuraatiin deebii kennuu.
Made with FlippingBook Ebook Creator