Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

78 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

B. Macaafa Qulqulluu Keessaa Kutaalee Ijoo Yaada Keessa Galchuu Qabnu: 2 Xim. 2:15; 2 Xim. 3:16-17; Room. 15:14; 1 Qor. 12. 12. C. Yaad-rimee murteessaa: Humna hafuuraatiin – geggeessaan Waaqayyoo kennaa fi dibata Hafuura Qulqulluu keessatti hojjeta. D. Wantota giddugaleessa ta’an: 1. Kennaa Hafuura Qulqulluu 2. Gorsaa dandeettii qabu irraa duuka bu’aa/buutuu gochuu/qopheessuu jabaa/garii ta’ee. 3. Ogummaa/Dandeettii, barnoota hafuuraa irratti 4. Dandeettii Sagalee Waaqayyoo irratti 5. Wangeela lallabuu, hordofuu fi namoota haaraa jijjiiraman duuka buutuu gochuuf nama dandeettii qabu 6. Hojii Waaqayyoo raawwachuuf, qabeenya fi namootatti fayyadamuu keessatti tarsiimoo qabaachuu E. Tooftaa Seexanaa Karaatti Hmbisuu: geggeessuu fi kennaa hafuuraa caalaa kennaa uumamaa fi ogummaa dhuunfaa irratti hojjechuu F. Tarkaanfiiwwan ijoo: 1. Kennaawwan hafuuraa barbaadaa argadhaa

2. Leenjii gaarii argadhaa. 3. Hijii keessan foyyeessaa. G. Bu’aa: hojii Hafuura Qulqulluu socho’au

Made with FlippingBook Ebook Creator