Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Kutaa 3: Kunuunsuu fi Ce’umsa • 79

IV. Hawaasa A. Hiika: qaama Kiristoos keessatti duuka buutota baay’isuu akka gahee tajaajilaa isa jalqabaatti ilaala B. Macaafa Qulqulluu Keessaa Kutaalee Ijoo Yaada Keessa Galchuu Qabnu: Efe. 4:9-15; 1 Qor. 12:1-27 C. Yaad-rimee murteessaa: Guddina Waldaatiif – geggeessaan Waaqayyoo qabeenya isaa/ishee hundumaatti fayyadamee/ tee Dhagna Kirstos kaayyoo fi hojii isheetiif hidhachiisuu fi aangessa. D. Wantota giddu galeessa ta’an 1. Jaalala dhugaa fi hawwii saba Waaqayyoo tajaajiluuf qabaata 2. Namoota Duuka buutota amanamoo ta’a godha 3. Garee xixiqqoo keessatti guddina mijeessaa 4. Waldaa keessatti amantoota tiksuu fi hidhachiisuu 5. Kiristaanotaa fi waldaa kiristaanaa giduutti, waldaalee/tokkumaa fi walitti dhufeenya gudisa. 6. Naannootti, sochii haaraa saba Waaqayyoo gidduutti gara fula duraatti tarkaanfachiisa. E. Tooftaa Seexanaa Karaatti Hmbisuuf: qulqulloota hidhachiisuu fi hawaasa kiristaanaa guddisuu caalaa hojiiwwanii fi gochaawwan ol kaasa/ ol qaaa F. Tarkaanfiwwa Ijoo: 1. Waldaa Waaqayyoo hammadhaa 2. Haala geggeessummaa baraa 3. Xiyyeeffannoon hidhachisaa. G. Bu’aa: duuka buutota Waldaa keessatti baay’isuu

Made with FlippingBook Ebook Creator