Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

80 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

Warra Amanamoo ta’an Duuka buutota gochu: Hoggantoota Waldaa Magaalaaf Hundeessu Discipling the Faithful 2 Lua Dr. Doon Deeviiz

Abboomuu

Amala

Dandeetti

Hawaasa

Waamicha Waaqayyoo hubachuun gooftummaa fi geggeessummaa isaaf dafanii ajajamuudhaan deebii kenna 2 Xim. 1.6-14; 1 Xim. 4.14; H.Ergamoota 1.8; Maat. 28.18-20 Olaantummaan Waaqayyoo: Geggeessaan Waaqayyoo, waamicha fi aangoo Waaqayyoo beekamtii argate, qulqullootaa fi geggeessitoota Waaqayyootiin beekamtii argateen irratti hojjeta Waaqayyo biraa Waamicha ifa ta’e Waaqayyoo fi namoota biroo duratti dhugaa ba’umsa dhugaa ta’e Miira gadi fagoo amantii dhuunfaa Macaafa Qulqulluu irratti hundaa’e Hojii ykn namoota murtaa’eef ba’aa dhuunfaa Dhugaa ta’uu isaa geggeesitootaa fi Dhagna irraa mirkaneeffachuu Waamicha Waaqayyo muudee fi aangoo itti fufiinsa qabu irratti osoo hin taane bu’uura dhuunfaa ykn ejjennoo irratti hundaa’uun hojjeta Waamicha Waaqayyoo adda baafadhu Ba’aa kee barbaadii argadhu Hoggantootaan mirkanaa’aa

Amala Kirstos amantii dhuunfaa isaanii, amala isaanii fi akkaataa jireenya isaanii keessatti calaqqisiisa Yoha. 15.4-5; 2 Xim. 2.2; 1 Qor. 4.2; Gal. 5.16-23 Gad of deebisuu Kirstos: Geggeessaan Waaqayyoo yaada fi akkaataa jireenya Kiristoos gochaa fi hariiroo isaa/ishee keessatti agarsiisa Kirstoosiin fakkaachuuf fedhii guddaa Jireenya hundee qabu Mootummichaaf Qulqullummaa cimsee hordofuu Jireenya dhuunfaa keessatti naamusa Akka garba Yesus Kiristoositti, gahee-hariiroo raawwata Namoota biroof amala, dubbii fi akkaataa jireenya isaaniitiin fakkeenya hawwataa ta’e kenna (firii/ija hafuuraa). Sochii tajaajilaa fi/ykn hojii cimaa Waaqayyoon sodaachuu fi Kirstosiin fakkaachuun bakka buusa Kirstositti JIraadhaa Naamusi jireenya qulqulaa’adhaf Karaa hundumaa JIreenya qulqullummaa duukaa bu’u Namoonni kan biroon akka hordofaniif fakkeenya Kirstoosiin fakkaachuu cimaa ta’e/ dhihaate

Hojii fi tajaajila isaanii muudaman raawwachuu irratti humna hafuuraatiin deebii kenna 2 Xim. 2.15; 3.16-17; Room. 15.14; 1 Qor. 12 Humna Hafuura: Geggeessaan Waaqayyoo kennaa fi dibata Hafuura Qulqulluu keessatti hojjeta kennaa Hafuura irraa Duuka buutuummaa gaarii ta’e gorsaa dandeetti qabu irraa Oggummaa jireeya hafuuraan adabuu Dandeeettii jechaa Dandeeettii Wageela labsuu,hodofuu, fi namoota haaraa jijjiiraman duuka buutota gochuu Hojii Waaqayyoo raawwachuuf qabeenya fi namootatti fayyadamuu keessatti tarsiimoo qabaachuu Hoggansa hafuuraa fi kennaa irratti osoo hin taane kennaa uumamaa fi ogummaa dhuunfaa irratti hojjeta Kennaa Hafuuraa argachuu Leenjii baay’ee gaarii ta’e fudhachuu Hojii kee fooyyeeffadhu

Duuka bu’oota qaama/ dhagna Kiristoos keessatti baay’isuun akka gahee tajaajilaa isa jalqabaatti ilaala

Hiika

Kutaa Macaafa Qulqulluu Ijoo

Efe. 4.9-15; 1 Cor. 12.1-27

Guddina Waldaa: Geggeessaan Waaqayyoo kaayyoo fi hojii isaaf wanta qabu hundumaatti fayyadamee qaama Kiristoos hidhachiisu fi aangessuuf kenna Sababb Waaqayyoo tajaajiluuf Jaalala dhugaa fi fedhii qabaachuu. Namoota amanamoo ta’an duuka uutota gochuu Garee xiqqoo keessatti akka guddinni argamuuf haala mijeessuu Waldaa keessatti amantoota tiksee/eegee hidhachiisa Waldaa fi networkii Kiristaanotaa fi waldoota gidduutti ni guddisa Naannootti/ biyya keessatti, sochii haaraa saba Waaqayyoo gidduutti tarkaanfachiisa Amantoota/Qulqulloota hidhachiisuu fi hawaasa kiristaanaa guddisuu caalaa hojiif iddoo guddaa kenna Waldaa kiristaanaa Waaqayyoo simadhaa/ hammadhaa Embrace God’s Church Haala geggeessummaa baraa Learn leadership’s contexts Akka barbaachisummaa isaatti hidhachiisuu Duuka buutota WAldaaa Kiristaanaa keessatti baay’isuu

Yaad-rimee Murteessaa

wantota barbaachisoo giddu galeessa ta’an

Tarsiimoo seexanaa karaatti hanbisuuf/ fashaleessuuf

Tarkaanfiwwan ijoo ta’an

Waamichaa Waaqayyoo irraan kan ka’e Waaqayyoo irratti amanannaa guddaa

Hojii cimaa/dammaqaa Hafuura Qulqulluu

Bu’aa

2

Mere Missions , fuula 215

Made with FlippingBook Ebook Creator