Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Kutaa 3: Kunuunsuu fi Ce’umsa • 83
utuu hin ilaalin baay’achuu(multiplication) yaada keessa galchuu jalqabuun murteessa dha. Gareen dhaabbii waldaa baay’isuu akka dirqama/hojjii isaanii isa dhumaatti hubatan adeemsa waldaa isaanii isa jalqabaa dhaabuu haala adda ta’een hubatan karoora isaaniis caalaatti laafinaan in qabatu. Yommuu yeroon isaa gochuuf ga’uu, iftoomina guddaan, waa uumuudhaan, lafa barbaachsa ta’etti jijjiiramuun (flexibility), si’aayinaa, fi ogummaan, hojjechuuf, gareen waldaa dhaabuu ifa ta’e gara hojii waldaa isaanii isa jalqabaa dhaabuutti seenuun guyyaa karaa tokkoon “waldaa” isaanii bilisa baati. I. Hoggansa gara hoggantoota ga’umsa qabanitti ce’uu fi bakka biraatti DHAABUUf deemuu. Moodeelli ergamaa waldaa dhaabuu kun, moodeela Warld Impaakt (World Impact) waggoota darban keessatti itti fayyadamaa ture, gareen waldaa dhaabuu akka tiksitoota yeroo dheeraa waldaa isaan dhaaban tokkoo keessaa akka hin tajaajille beekanii waldaa akka dhaaban yaada. Galmi moodeela kanaa hoggantoota biyya keessaa (indigenous) komishiniitiin dhuma irra ga’een imaanaa itti kennu dha. Sana booda gareen ergma wangeelaa/misiyoonotaa gara hawaasa xiyyeeffanaan itti aanu kennametti deemee adeemsa kana irra deebi’u. Adeemsi kun qabeenya, guyyaa dhaabbii waldaa warld Impaakt (world Impact) kanaan duraa keessatti calaqisiisameera kunis hojjettoota Warld Impaaktii (World Impact) kanneen baay’inaan ergamtoota aadaa qaxxaamuraa magaalota keessaa Ameerikaa tajaajilaniif kan qophaa’e keessatti ifatti mul’ata. hawaasa keessaa qopheesuu, hoggansa tikseetiif hidhachiisuu, fi hojii sana adeemsa idilee tajaajila Karaalee baay’inaaf moodeela/fakkeenya ta’an
Made with FlippingBook Ebook Creator